Qerro Media Service - QMS's Post

“Qeerroo #Awwadaay irraa
Akeekkachiisa Dhumaa daldaltoota #Jimaatiif

Daldaltoonni jimaa kanneen maqaan isaanii asii gaditti argamu kun Warra Uggura geejjibaa fi moormii marsaa kana duraa irratti Labsii qeerroo cabsee awwadaay keessaa deemee iddoo biraatti jimaa dalagaa turaniidha. Isa amma dura dalagan irraa deebi’an janneeti Obsineef waan taheef Lammaffaa labsii qeerroo Cabsanii argamnaan.. .

1. kadiir gaashee
2. Kamaal gaashee
3. Nuuree Sabuur
4. Mama Jamaal Usmel
5. Afandi Samattar
6. Ibsaa addeellee
7. Aliyyii Khoree
8. Boonaa Amad Umar
9. Tujjaar Shamshaddiin
10. Faamii Jamaal
11. Warra Musxafaa Yuuyyee”
By: via Qerro Media Service - QMS

No comments:

Post a Comment