Akka sabaatti waan nurra ga’aa jiru lakkoofnee fixuun hindanda’amu. Oromoon saamamuun doorsifamuun, ajjeefamuunis waan haaraa ta’uun hafee mudannaa fardii ta’ee jira. Keessumatti yeroo ammaa kana lolli Oromiyaa keessa baroota lamaaf adeemaa ture gara Tigraayitti fuulla garagalfatus Oromoon ajjeefamuun ittuma fufee jira. Lola nafxanyaan Abiyyiin durfamtee nurratti labsite injifannee hamma sirna shifaa kana lubbuu keessaa baafnutti roorroon manatti nutti dhufe deebi’aa hinjiru. Xoofoon hammeenyaa Oromoo irratti hojjetamu guutee dhangala’eera. Roorroo kana walitti himachuu qofaa osoo hintaane yeroo dhumaaf gamtaadhaan kaanee of irraa qolachuuf murannoo agarsiisuun dirqama. Yeroon itti Abiyyii fi sirna nafxanyaa inni ijaaruuf dhama’aa jiru buqqisnu ga’eera. Namni roorroon naga’e jedhu hundi of haqopheessu. Qophaa’aa!! #AbiyMustGo!
By: via Qerro Media Service - QMS
Subscribe to:
Post Comments (Atom)
Featured post
Ethiopia’s controversial quest for the sea
https://ift.tt/4t29xJd Ethiopia is famously landlocked. That’s why the ambitious Ethiopian prime minister Abiy Ahmed has long harbored visi...
-
Has your daily walk become an endless trudge to nowhere? These podcasts, chosen by comedians, podcasters, Guardian writers and readers, are ...
-
Latest of several launches within a month signals further ramp-up of hostility towards neighbours North Korea fired an unidentified project...
-
Embarrassment for South Korea’s military after guards fail to heed alarms despite man being picked up by five sets of CCTV cameras South Ko...
No comments:
Post a Comment