Qerro Media Services's Post

Tamam Waritu

#Oduu_Ammee!
#Confirmed
Akkuma ganama waadaa galle turre dubbii masaraa mirkaneessineerra!
Akkuma kana duraas saaxilaa turre Dammaqee Mokonnen Abiyyi Ahimed irratti fonqolcha Mootummaa raawwachuuf qopheeffate hin milkoofne! Dammaqeen Odeeffannoon dogongora Eegdoota Security Abiyyii warra Masaraa tureef akka kennamtu godhe Konkolaataa Abiyyi rukuchiise! Abiyyi Konkolaataa sana keessa hin turre Eegdoota Security isaa waliin Konkolaataa isaa kan biraa keessa ture! Dammaqeen ammas karaa salphaan MM ta'uuf akka shira gara garaa xaxaa jiru nudhaqqabaa jira! Ammatti Odeeffannoon qulqulleessine hangana! Odeeffannoon nu dhaqqabaa jiran baay'ee waan ta'eef akkuma qulqulleessineen isiniif qoonna!
Warra Oduu soba adiidha dhugaa fakkeessaniin hin dhama'inaa obsaan nu hordofaa!!
By: via Qerro Media Services

No comments:

Post a Comment

Featured post

Ethiopia’s controversial quest for the sea

https://ift.tt/4t29xJd Ethiopia is famously landlocked. That’s why the ambitious Ethiopian prime minister Abiy Ahmed has long harbored visi...