Oromiyaa Irratti Eenyutu ummata Fixaa jira?
Yeroo ammaa Oromiyaa keessatti mana hidhaarraa baasanii ajjeesuu, mana jiraattotaa gubuu, hidhaa jumlaa fi saamichi guddaan geggeeffamaa jira.
Gochaan fokkisaa fi hammeenyaa kun murtoo MM Abiyyi Ahimad karaa Garee Shimallis Abdiisaatin dabarseen raawwatamaa kan jiru yoo tahu sadarkaa Oromiyaatti waajjira PP irraa koreedhaan hogganamaa jira.
Koreen Waajjira PP kunis miseensota manaajimantii 7 qaba. Isaanis:
1. Fiqaaduu Tasammaa
2. Mogos Ida’ee,
3. Abarraa Warquu
4. Sadaat Nashaa,
5. Taayyee Danda’a,
6. Namarraa Bulaa,
7. Getu Wayyeessaa (yeroo ammaa hogganaa waajjira Shimallis) yoo tahan isaan kanneen keessaa akka malee ummata ajjeesisaa kan jiran namoota 4 dha. Isaanis
1. Fiqaaduu Tasammaa
2. Mogos Ida'ee
3. Geetuu Wayyeessaa fi
4. Taayyee Danda'aati.
Hojii raawachiistuun immoo Abebee Garasuufi warra Dhimma nageenyaa keessa dalagan dha.
Jarri kun gaaf tokko hojii harka isaanii akka argatan shakkii hin qabu
Hailu lelisa)
By: via Qerro Media Service - QMS
Subscribe to:
Post Comments (Atom)
Featured post
Ethiopia’s controversial quest for the sea
https://ift.tt/4t29xJd Ethiopia is famously landlocked. That’s why the ambitious Ethiopian prime minister Abiy Ahmed has long harbored visi...
-
Has your daily walk become an endless trudge to nowhere? These podcasts, chosen by comedians, podcasters, Guardian writers and readers, are ...
-
‘We’re still in it’: Biden’s Covid address acknowledges battle fatigue but seeks to rally the troopsThe president condemns those who are ‘peddling lies’ about the virus but promises that the vaccinated are well protected A gingerbread Whit...
-
They are benevolent vegetarian gods. They watch over, through shielded eyes, the very few animals that have a fringe. William Topaz McGonag...
No comments:
Post a Comment